Luqaas 4:14, 15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Sana booda Yesuus humna hafuuraatiin gara Galiilaatti deebiʼe.+ Oduu gaggaariin waaʼee isaa dubbatamus biyya naannoo sana jiru hundumaa keessatti ni babalʼate. 15 Kana malees, inni mana sagadaa isaanii keessatti isaan barsiisuu jalqabe; namoonni hundis ulfina isaaf kennu turan. Luqaas 8:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Sana booda utuu hin turin, Yesuus misiraachoo Mootummaa Waaqayyoo lallabaa fi labsaa magaalaa tokko irraa gara magaalaa kan biraa, ganda tokko irraas gara ganda kan biraa deeme.+ Warri Kudha Lamaanis isaa wajjin turan;
14 Sana booda Yesuus humna hafuuraatiin gara Galiilaatti deebiʼe.+ Oduu gaggaariin waaʼee isaa dubbatamus biyya naannoo sana jiru hundumaa keessatti ni babalʼate. 15 Kana malees, inni mana sagadaa isaanii keessatti isaan barsiisuu jalqabe; namoonni hundis ulfina isaaf kennu turan.
8 Sana booda utuu hin turin, Yesuus misiraachoo Mootummaa Waaqayyoo lallabaa fi labsaa magaalaa tokko irraa gara magaalaa kan biraa, ganda tokko irraas gara ganda kan biraa deeme.+ Warri Kudha Lamaanis isaa wajjin turan;