LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 8:35-37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Namoonnis wanta taʼe kana ilaaluu dhufan. Gara Yesuus yommuu dhufanis, namichi jinniiwwan isa keessaa baʼan sun uffata uffatee, sammuun isaa fayyee miila Yesuus jala taaʼee waan arganiif baayʼee sodaatan. 36 Namoonni kana arganis, namichi jinniidhaan qabame sun akkamitti akka fayye isaanitti himan. 37 Achiis namoonni naannoo Gergesenoonii dhufan hedduun baayʼee waan sodaataniif, Yesuus isaan biraa akka deemu isa kadhatan. Innis achii deemuuf bidiruu yaabbate.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi