-
Maatewos 8:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Yeroo kanatti namoonni magaalattii hundi Yesuusiin argachuuf baʼan; yommuu isa arganis biyya isaanii gadhiisee akka deemu cimsanii isa kadhatan.+
-