Maatewos 4:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yesuus yeroo sanaa kaasee, “Mootummaan samii waan dhihaateef, yaada geddaradhaa”+ jedhee lallabuu jalqabe.
17 Yesuus yeroo sanaa kaasee, “Mootummaan samii waan dhihaateef, yaada geddaradhaa”+ jedhee lallabuu jalqabe.