Luqaas 9:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Ergamoonni yommuu deebiʼan, wanta raawwatan hunda Yesuusitti himan.+ Yeroo kanatti inni isaan fudhatee kophaa isaanii akka taʼaniif gara magaalaa Beetasaayidaa+ jedhamtu tokkoo dhaqe.
10 Ergamoonni yommuu deebiʼan, wanta raawwatan hunda Yesuusitti himan.+ Yeroo kanatti inni isaan fudhatee kophaa isaanii akka taʼaniif gara magaalaa Beetasaayidaa+ jedhamtu tokkoo dhaqe.