LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 8:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Achiis namoonni sun lafa irra akka tataaʼan ajaje. Sana booda daabboo torban sana fuudhee galateeffatee, caccabsee barattoonni isaa namootaaf akka hiraniif isaanitti kenne; isaanis namoota sanaaf ni hiran.+

  • Luqaas 24:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Utuu isaanii wajjin maaddiitti dhihaatee jiruus, daabboo fuudhee eebbisee, caccabsee isaaniif kennuu jalqabe.+

  • Hojii Ergamootaa 27:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Erga kana dubbatee booda, daabboo fudhatee hunda isaanii duratti Waaqayyoon galateeffate; cabsees nyaachuu jalqabe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi