Maatewos 4:19, 20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Achiis, “Kottaa na duukaa buʼaa; ani immoo namoota kan qabdan isin nan godha”+ isaaniin jedhe. 20 Isaanis yeruma sana saaphana isaanii dhiisanii isa duukaa buʼan.+
19 Achiis, “Kottaa na duukaa buʼaa; ani immoo namoota kan qabdan isin nan godha”+ isaaniin jedhe. 20 Isaanis yeruma sana saaphana isaanii dhiisanii isa duukaa buʼan.+