-
Maarqos 5:25-28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Yeroo kanatti dubartiin waggaa 12f dhiigni ishii dhangalaʼaa+ ture tokko jirti turte.+ 26 Ogeeyyii fayyaa hedduu bira dhaquudhaan baayʼee kan dhiphattee fi wanta qabdu hundumaa kan fixxe taʼus, ittuma hammaate malee itti hin wayyoofne. 27 Ishiin waaʼee Yesuus yommuu dhageessu, namoota hedduu gidduudhaan duuba isaatiin dhuftee uffata isaa tuqxe;+ 28 sababiin isaas ishiin, “Uffata isaa qofa illee yoon tuqe nan fayya”+ jettee yaaddi turte.
-