7 Fakkeessitoota nana, Isaayyaas waaʼee keessan akkana jedhee sirriitti raajii dubbateera:+ 8 ‘Sabni kun hidhii isaatiin ulfina anaaf kenna; garaan isaa garuu baayʼee ana irraa fagoo dha. 9 Akka waan dubbii koo taʼeetti ajaja namootaa waan barsiisaniif, isaan akkanumaan na waaqeffatu.’”+