Maatewos 7:28, 29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Yesuus yommuu wantoota kana dubbatee xumuru, namoonni hedduun sun akkaataa inni itti barsiise baayʼee dinqisiifatan;+ 29 sababiin isaas, inni akka barsiisota seeraa isaaniitti utuu hin taʼin, akka nama aangoo qabuutti isaan barsiisaa ture.+
28 Yesuus yommuu wantoota kana dubbatee xumuru, namoonni hedduun sun akkaataa inni itti barsiise baayʼee dinqisiifatan;+ 29 sababiin isaas, inni akka barsiisota seeraa isaaniitti utuu hin taʼin, akka nama aangoo qabuutti isaan barsiisaa ture.+