Maatewos 16:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yesuusis, “Of eeggadhaa, raacitii Fariisotaa fi Saduuqotaa irraa of eegaa”+ isaaniin jedhe. Luqaas 12:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yeroo sanatti, namoonni kuma hedduutti lakkaaʼaman hamma wal irra ejjetanitti walitti qabaman; innis jalqaba barattoota isaatiin akkana jedhe: “Raacitii Fariisotaa, jechuunis fakkeessuu irraa of eeggadhaa.+
12 Yeroo sanatti, namoonni kuma hedduutti lakkaaʼaman hamma wal irra ejjetanitti walitti qabaman; innis jalqaba barattoota isaatiin akkana jedhe: “Raacitii Fariisotaa, jechuunis fakkeessuu irraa of eeggadhaa.+