Maatewos 16:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yeroo kanatti Pheexiros kophaatti isa baasee, “Yaa Gooftaa, garaa ofitti hin jabaatin; matumaa wanti kun si irra hin gaʼu” jedhee isatti dheekkamuu jalqabe.+
22 Yeroo kanatti Pheexiros kophaatti isa baasee, “Yaa Gooftaa, garaa ofitti hin jabaatin; matumaa wanti kun si irra hin gaʼu” jedhee isatti dheekkamuu jalqabe.+