LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 16:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Ilmi namaa ulfina Abbaa isaatiin maleekota isaa wajjin ni dhufa; achiis tokkoon tokkoon namaatiif akka hojii hojii isaatti gatii isaa ni kenna.+

  • Maatewos 25:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 “Ilmi namaa+ ulfina isaatiin maleekota isaa hundumaa wajjin yommuu dhufu,+ teessoo isaa isa ulfina qabeessa irra ni taaʼa.

  • 2 Tasalonqee 1:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Haa taʼu malee, isin warri rakkinni irra gaʼe, Gooftaan keenya Yesuus yeroo maleekota isaa+ humna guddaa qabanii wajjin samii irraa mulʼatu nuu wajjin boqonnaa isiniif kenna;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi