Luqaas 3:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 hafuurri qulqulluun bifa qaamaatiin akka gugeetti isa irra buʼe; sagaleen, “Ati Ilma koo isa jaallatamaa dha; ani sitti nan gammada”+ jedhus samii irraa ni dhufe. Yohaannis 12:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Yaa Abbaa, maqaa keetiif ulfina kenni.” Achiis sagaleen,+ “Ani maqaa kootiif ulfina kenneera; ammas ulfina nan kennaaf”+ jedhu tokko samii irraa ni dhufe.
22 hafuurri qulqulluun bifa qaamaatiin akka gugeetti isa irra buʼe; sagaleen, “Ati Ilma koo isa jaallatamaa dha; ani sitti nan gammada”+ jedhus samii irraa ni dhufe.
28 Yaa Abbaa, maqaa keetiif ulfina kenni.” Achiis sagaleen,+ “Ani maqaa kootiif ulfina kenneera; ammas ulfina nan kennaaf”+ jedhu tokko samii irraa ni dhufe.