Luqaas 9:49 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 49 Yohaannisis deebisee, “Barsiisaa, namni tokko maqaa keetiin utuu jinniiwwan baasuu isa argine; inni nama nuu wajjin si duukaa buʼu waan hin taaneef isa dhowwuuf yaalle”+ jedhe.
49 Yohaannisis deebisee, “Barsiisaa, namni tokko maqaa keetiin utuu jinniiwwan baasuu isa argine; inni nama nuu wajjin si duukaa buʼu waan hin taaneef isa dhowwuuf yaalle”+ jedhe.