Maatewos 19:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Innis akkana isaaniin jedhe: “Museen sababii mata jabina keessaniitiif haadhotii manaa keessan akka hiiktan isiniif heyyame+ malee, jalqabaa kaasee haalli isaa akkana hin turre.+
8 Innis akkana isaaniin jedhe: “Museen sababii mata jabina keessaniitiif haadhotii manaa keessan akka hiiktan isiniif heyyame+ malee, jalqabaa kaasee haalli isaa akkana hin turre.+