Maatewos 3:5, 6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yeroo sanatti namoonni Yerusaalem, guutummaa Yihudaa fi biyyoota naannoo Yordaanos jiran hundumaa keessaa gara isaa ni dhufu turan;+ 6 isaanis cubbuu isaanii ifatti himachaa Laga Yordaanos+ keessatti isaan cuuphamu* turan.
5 Yeroo sanatti namoonni Yerusaalem, guutummaa Yihudaa fi biyyoota naannoo Yordaanos jiran hundumaa keessaa gara isaa ni dhufu turan;+ 6 isaanis cubbuu isaanii ifatti himachaa Laga Yordaanos+ keessatti isaan cuuphamu* turan.