Maatewos 8:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Kanaafuu, inni harka isaa diriirsee isa qaqqabee, “Nan fedha! Fayyi!”*+ isaan jedhe. Namichis yeruma sana dhukkuba nadaayii sana irraa fayye.*+ Luqaas 5:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kanaafuu, inni harka isaa diriirsee isa qaqqabee, “Nan fedha! Fayyi!”* isaan jedhe. Yeruma sanas dhukkubni nadaayii sun isa irraa bade.+
3 Kanaafuu, inni harka isaa diriirsee isa qaqqabee, “Nan fedha! Fayyi!”*+ isaan jedhe. Namichis yeruma sana dhukkuba nadaayii sana irraa fayye.*+
13 Kanaafuu, inni harka isaa diriirsee isa qaqqabee, “Nan fedha! Fayyi!”* isaan jedhe. Yeruma sanas dhukkubni nadaayii sun isa irraa bade.+