Maatewos 4:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Achiis Naazireetii erga baʼee booda, gara Qifirnaahom+ dhaqee achi jiraachuu jalqabe; Qifirnaahom galaana isa koonyaawwan Zaabiloonii fi Niftaalem keessa jiru biratti argamti turte; Maatewos 9:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Kanaafuu, Yesuus bidiruu yaabbatee galaanicha gamatti ceʼuudhaan gara magaalaa isaa*+ dhaqe.
13 Achiis Naazireetii erga baʼee booda, gara Qifirnaahom+ dhaqee achi jiraachuu jalqabe; Qifirnaahom galaana isa koonyaawwan Zaabiloonii fi Niftaalem keessa jiru biratti argamti turte;