LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 21:45, 46
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 45 Dura buutonni lubootaa fi Fariisonni fakkeenya isaa kana yommuu dhagaʼan, inni waaʼee isaanii dubbachaa akka jiru hubatan.+ 46 Isa qabuu barbaadanii kan turan taʼus, namoonni hedduun sun akka raajiitti+ waan isa ilaalaniif isaan sodaatan.

  • Luqaas 20:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yeroo kanatti barsiisonni seeraa fi dura buutonni lubootaa fakkeenya kana kan dubbate isaaniin yaadatti qabatee akka taʼe waan hubataniif, yeruma sana isa qabuu barbaadan; taʼus, namoota sana sodaatan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi