-
Luqaas 5:18, 19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Yeroo kanatti namoonni namicha lamshaaʼe tokko sireedhaan baatanii dhufan; isaan namicha ol galchanii Yesuus duratti dhiheessuuf yaalii godhan.+ 19 Haa taʼu malee, baayʼina namootaatiin kan kaʼe manatti isa galchuu waan dadhabaniif, baaxii manichaa irra yaabbatanii xuubii isaa irraa kaasan; achiis akkuma namichi siricha irra ciisetti warra Yesuus fuuldura jiran gidduutti gad isa buusan.
-