Luqaas 21:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 yeroo kanatti akkana jedhe: “Dhuguman isiniin jedha, dubartii hiyyeettiin abbaan manaa irraa duʼe tun hunda isaanii caalaa buuste.+ 2 Qorontos 8:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Sababiin isaas, jalqaba fedhiin yoo jiraate, kennaan nama tokkoo keessumaa fudhatama kan argatu, hamma qabuun yoo kenne malee,+ hamma hin qabneen yoo kenne miti.
3 yeroo kanatti akkana jedhe: “Dhuguman isiniin jedha, dubartii hiyyeettiin abbaan manaa irraa duʼe tun hunda isaanii caalaa buuste.+
12 Sababiin isaas, jalqaba fedhiin yoo jiraate, kennaan nama tokkoo keessumaa fudhatama kan argatu, hamma qabuun yoo kenne malee,+ hamma hin qabneen yoo kenne miti.