9 Namichi kun yommuu Phaawulos dubbatu dhaggeeffachaa ture. Phaawulosis hubatee isa ilaalee fayyuu akka dandaʼu kan amanu taʼuu isaa yommuu argu,+ 10 sagalee guddaadhaan, “Kaʼiitii miila keetiin dhaabbadhu” jedhe. Kanaafuu, namichi utaalee kaʼee deemuu jalqabe.+