2 Ximotewos 4:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Lola isa gaarii loleera,+ dorgommicha irratti hamma dhumaatti fiigeera,+ amantiis eegeera. Ibroota 3:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kiristoos garuu ilma+ waan taʼeef mana Waaqayyoo irratti amanamaa ture. Nutis bilisummaa dubbachuuf qabnuu fi abdii keenya isa ittiin boonnu hamma dhumaatti cimsinee yoo qabanne dhuguma mana isaa ti.+
6 Kiristoos garuu ilma+ waan taʼeef mana Waaqayyoo irratti amanamaa ture. Nutis bilisummaa dubbachuuf qabnuu fi abdii keenya isa ittiin boonnu hamma dhumaatti cimsinee yoo qabanne dhuguma mana isaa ti.+