-
Luqaas 21:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Guyyoota sanatti dubartoota ulfaa fi dubartoota hoosisaniif wayyoo!+ Sababiin isaas, biyyattii irratti dhiphinni guddaan, saba kana irrattis dheekkamsi ni dhufa.
-