LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 24:42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Kanaafuu, Gooftaan keessan guyyaa kamitti akka dhufu waan hin beekneef, yeroo hundumaa dammaqaa eegaa.+

  • Efesoon 6:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 kadhannaa gosa hundumaa+ fi wawwaannaadhaan yeroo hundumaa hafuuraan kadhadhaa.+ Kanaafuu, yeroo hunda dammaqoo taʼaa; akkasumas qulqulloota hundumaatiif yeroo hunda wawwaannaa dhiheessaa.

  • 2 Pheexiros 3:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kanaafuu, yaa obboloota jaallatamo, isin kana dursitanii waan beektaniif, dogoggora namoonni hamoon hojjetaniin gowwoofamtanii isaanii wajjin akka hin fudhatamnee fi ejjennoo cimaan qabdan akka hin laafne of eeggadhaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi