LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 24:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 “Rakkina guyyoota sanaa booda yeruma sana aduun ni dukkanoofti,+ addeessis ifa ishii hin kennitu, urjiileen samii irraa ni kukkufu, humnoonni samiis ni raafamu.+

  • Luqaas 21:25, 26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 “Kana malees, aduu, addeessaa fi urjiilee irratti mallattoowwan ni taʼu;+ lafa irrattis huursaa fi jeequmsa galaanaatiin kan kaʼe, saboonni karaa itti keessaa baʼan wallaalanii baayʼee dhiphatu. 26 Humnoonni samii waan raafamaniif, namoonni wantoota addunyaatti dhufan sodaachuu fi eeguudhaan kan kaʼe ni gaggabu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi