Maatewos 25:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 “Egaa, isin guyyichas taʼe saʼaaticha waan hin beekneef+ dammaqaa eegaa.+ Luqaas 21:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 “Haa taʼu malee, garmalee nyaachuu, garmalee dhuguu+ fi yaaddoo jireenyaatiin matumaa garaa keessanitti baʼaan akka hin ulfaanne of eeggadhaa;+ taʼuu baannaan garuu, utuu isin hin yaadin guyyaan sun akkuma tasaa, Roomaa 13:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Isin yeroo isaa waan beektaniif kana raawwadhaa; yeroo amantoota itti taane caalaa amma fayyinni keenya waan dhihaateef, saʼaatiin itti hirribaa dammaqxan amma.+ 1 Tasalonqee 5:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kanaafuu, akka warra kaanii rafuu dhiisnee+ dammaqinaan haa jiraannu,+ akkasumas dandeettii hubannaa keenya haa eeggannu.+
34 “Haa taʼu malee, garmalee nyaachuu, garmalee dhuguu+ fi yaaddoo jireenyaatiin matumaa garaa keessanitti baʼaan akka hin ulfaanne of eeggadhaa;+ taʼuu baannaan garuu, utuu isin hin yaadin guyyaan sun akkuma tasaa,
11 Isin yeroo isaa waan beektaniif kana raawwadhaa; yeroo amantoota itti taane caalaa amma fayyinni keenya waan dhihaateef, saʼaatiin itti hirribaa dammaqxan amma.+
6 Kanaafuu, akka warra kaanii rafuu dhiisnee+ dammaqinaan haa jiraannu,+ akkasumas dandeettii hubannaa keenya haa eeggannu.+