-
Maatewos 9:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Yesuusis yaada isaanii hubatee akkana jedhe: “Garaa keessanitti maaliif wanta hamaa yaaddu?+
-
-
Luqaas 6:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Inni garuu yaada isaanii hubatee,+ namicha harki isaa lamshaaʼe sanaan, “Kaʼiitii gidduu dhaabbadhu” jedhe. Namichis kaʼee achi dhaabbate.
-