LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 22:10-13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Innis akkana isaaniin jedhe: “Kunoo, gara magaalaatti yommuu seentan namichi okkotee bishaanii baate tokko isinitti dhufa. Isa duukaa buʼaatii mana namichi itti seenu sana dhaqaa.+ 11 Abbaa manichaatiinis, ‘Barsiisaan, “Kutaan keessummaa ani barattoota koo wajjin Faasikaa itti nyaadhu eessa?” siin jedheera’ jedhaa. 12 Namichis kutaa balʼaa fooqii irraa wanta barbaachisuun guutame isinitti argisiisa. Achitti qopheessaa.” 13 Kanaafuu, isaan deemanii akkuma inni isaaniin jedhe taʼee argan; Faasikaas ni qopheessan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi