Maatewos 26:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Xoofoos fuudhee erga galateeffatee booda isaaniif kennee akkana jedhe: “Hundi keessan isa keessaa dhugaa;+ 1 Qorontos 10:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Xoofoon eebbaa nuti eebbisnu, dhiiga Kiristoos irraa hirmaachuu mitii?+ Maxinoon nuti cabsinu, qaama Kiristoos irraa hirmaachuu mitii?+ 1 Qorontos 11:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Xoofoo sanas fuudhee akkasuma godhe;+ irbaata erga nyaatanii booda, “Xoofoon kun kakuu haaraa+ dhiiga kootiin hundeeffamu argisiisa.+ Yommuu xoofoo kana dhugdan hundatti, kana yeroo hundumaa yaadannoo kootiif godhaa”+ jedhe.
27 Xoofoos fuudhee erga galateeffatee booda isaaniif kennee akkana jedhe: “Hundi keessan isa keessaa dhugaa;+
16 Xoofoon eebbaa nuti eebbisnu, dhiiga Kiristoos irraa hirmaachuu mitii?+ Maxinoon nuti cabsinu, qaama Kiristoos irraa hirmaachuu mitii?+
25 Xoofoo sanas fuudhee akkasuma godhe;+ irbaata erga nyaatanii booda, “Xoofoon kun kakuu haaraa+ dhiiga kootiin hundeeffamu argisiisa.+ Yommuu xoofoo kana dhugdan hundatti, kana yeroo hundumaa yaadannoo kootiif godhaa”+ jedhe.