Maarqos 16:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Haa taʼu malee dhaqaatii, ‘Inni isin dursee gara Galiilaa ni dhaqa.+ Akkuma isinitti himee tures achitti isa ni argitu’ jedhaatii barattoota isaa fi Pheexirositti himaa.”+
7 Haa taʼu malee dhaqaatii, ‘Inni isin dursee gara Galiilaa ni dhaqa.+ Akkuma isinitti himee tures achitti isa ni argitu’ jedhaatii barattoota isaa fi Pheexirositti himaa.”+