LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 22:31-33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 “Yaa Simoon, yaa Simoon, kunoo, Seexanni hunda keessan akka qamadiitti gingilchuuf gaafateera.+ 32 Ani garuu amantiin kee akka hin badne wawwaannaa siif dhiheesseera;+ atis yommuu deebitu obboloota kee jajjabeessi.”+ 33 Yeroo kanatti inni, “Yaa Gooftaa, ani sii wajjin hidhamuufis taʼe duʼuuf qophaaʼaa dha”+ isaan jedhe.

  • Yohaannis 13:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Pheexirosis, “Yaa Gooftaa, amma maaliifan si duukaa buʼuu hin dandaʼu? Ani siif jedhee lubbuu koo dabarsee nan kenna” isaan jedhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi