LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 26:42-46
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Ammas yeroo lammataatiif deemee, “Yaa Abbaa koo, xoofoon kun utuu ani hin dhugin darbuu hin dandaʼu taanaan, fedhiin kee haa raawwatamu”+ jedhee kadhate. 43 Ammas deebiʼee yeroo dhufu akka malee hirribni isaan qabee* waan tureef rafanii isaan arge. 44 Ammas achumatti isaan dhiisee deemuudhaan, siʼa sadaffaadhaaf waanuma duraan kadhate sana irra deebiʼee kadhate. 45 Achiis gara barattoota isaatti deebiʼee akkana isaaniin jedhe: “Yeroon kun yeroo itti raftanii fi yeroo itti boqottan miti! Kunoo, saʼaatiin Ilmi namaa harka cubbamootaatti dabarfamee itti kennamu dhihaateera. 46 Kaʼaa, haa deemnu. Kunoo, inni dabarsee na kennu dhihaateera.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi