-
Maatewos 26:65, 66Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
65 Yeroo kanatti lubni ol aanaan sun uffata isaa isa irratti uffatu tarsaasee akkana jedhe: “Waaqayyoon arrabseera! Kana caalaa ragaa baatota dabalataa maaliitu nu barbaachisa? Kunoo, Waaqayyoon arrabsuu isaa isin iyyuu dhageessaniittu. 66 Maarree maal isinitti fakkaata?” Isaanis, “Duʼuu qaba”+ jedhanii deebisan.
-