-
2 Qorontos 11:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Ani hinaaffaa Waaqayyootiin isiniif nan hinaafa; sababiin isaas, abbaa manaa tokkoof, jechuunis Kiristoosiif akka durba qulqulluutti isin dhiheessuuf dhuunfaatti isin kaadhimeera.+
-
-
Mulʼata 19:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Guyyaan Hoolichi gaaʼela itti godhatu waan gaʼee fi misirroon isaas waan of qopheessiteef haa gammannu, haa ililchinu, ulfinas isaaf haa kenninu.
-