Maatewos 21:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 Qonnaan bultoonni sunis ilma isaa kana yommuu argan, ‘Dhaaltichi+ isa kana. Kottaa, isa ajjeesnee dhaala isaa fudhanna!’ waliin jedhan.
38 Qonnaan bultoonni sunis ilma isaa kana yommuu argan, ‘Dhaaltichi+ isa kana. Kottaa, isa ajjeesnee dhaala isaa fudhanna!’ waliin jedhan.