LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 27:54
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 54 Haa taʼu malee, ajajaan dhibbaa fi warri isaa wajjin Yesuusiin eegaa turan, kirkira lafaa fi wantoota taʼan sana yommuu argan baayʼee sodaatanii, “Dhuguma iyyuu kun Ilma Waaqayyoo ture”+ jedhan.

  • Luqaas 23:47
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 47 Ajajaan dhibbaa sun wanta taʼe kana yommuu argu, “Dhuguma iyyuu namichi kun qajeelaa ture”+ jedhee Waaqayyoof ulfina kenne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi