-
Luqaas 8:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 dubartoonni hafuurota hamoo fi dhukkuba adda addaa irraa fayyan tokko tokkos isaa wajjin turan. Isaanis, Maariyaam ishii Magdalaa jinniiwwan torba keessaa baʼan, 3 Yoʼaanaa+ haadha manaa Kuuzaa isa itti gaafatamaa mana Heroodis taʼe sanaa, Susaanaa, akkasumas dubartoota kan biroo hedduu warra qabeenya isaaniitiin isaan tajaajilan turan.+
-