LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 8:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Akkasumas, Ilmi namaa rakkinni hedduun akka isa irra gaʼu, maanguddoonni, dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa akka isa tuffatan, akka ajjeefamuu+ fi guyyaa sadii booda duʼaa akka kaʼu isaan barsiisuu jalqabe.+

  • Luqaas 18:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Erga isa garafanii booda isa ajjeesu;+ guyyaa sadaffaatti garuu duʼaa ni kaʼa.”+

  • Hojii Ergamootaa 4:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 namichi kun fayyaa taʼee isin dura kan dhaabbate maqaa Yesuus Kiristoos nama Naazireet+ isa isin muka irratti fannistanii+ fi Waaqayyo garuu duʼaa isa kaaseen+ taʼuu isaa isin hundi keessanis taʼe namoonni Israaʼel hundi beekaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi