LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 3:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yohaannisis akkana jedhee hunda isaaniitiif deebii kenne: “Ani bishaaniin isin nan cuupha; inni ana caalaa jabaa taʼe dhufaa jira; ani hidhaa kophee isaa illee hiikuuf gaʼumsa hin qabu.+ Inni hafuura qulqulluu fi ibiddaan isin cuupha.+

  • Yohaannis 1:26, 27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Yohaannisis akkana jedhee isaaniif deebise: “Ani bishaaniinan cuupha. Inni isin isa hin beekne tokko garuu isin gidduu dhaabbateera; 27 inni ana booda dhufaa jira; ani hidhaa kophee isaa illee hiikuuf gaʼumsa hin qabu.”+

  • Hojii Ergamootaa 13:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Taʼus, Yohaannis yommuu tajaajila isaa raawwachaa turetti, ‘Eenyun isinitti fakkaadhe? Ani isa miti. Garuu kunoo, inni ani kophee isaa illee hiikuuf gaʼumsa hin qabne tokko ana duubaan dhufaa jira’ jedha ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi