-
Luqaas 14:1-3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Yeroo kan biraatti Yesuus guyyaa Sanbataatti nyaata nyaachuuf geggeessitoota Fariisotaa keessaa gara mana isa tokkootti yommuu seenu, namoonni xiyyeeffannaadhaan isa hordofu turan. 2 Yeroo kanatti namichi dhukkuba dhaqna dhiitessuun* qabame tokko isa dura jira ture. 3 Yesuusis, “Guyyaa Sanbataatti fayyisuun seeraan heyyamameera moo hin heyyamamne?”+ jedhee warra Seericha beekanii fi Fariisota gaafate.
-