39 Sababii isaan amanuu itti hin dandeenye ilaalchisee Isaayyaas ammas akkana jedheera: 40 “Isaan ija isaaniitiin arganii, garaa isaaniitiin hubatanii, akka hin deebinee fi akkan isaan hin fayyisnetti, inni ija isaanii jaamseera; garaan isaaniis didaa akka taʼu godheera.”+