Maatewos 13:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Innis deebisee akkana jedhe: “Iccitii qulqulluu+ Mootummaa samii hubachuun isiniif kennameera; isaaniif garuu hin kennamne. Luqaas 8:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Innis akkana jedhe: “Iccitii qulqulluu Mootummaa Waaqayyoo hubachuun isiniif kennameera; warra kaanitti garuu fakkeenyaan+ itti himama; kunis, isaan kan ilaalan taʼus akka hin argineef, kan dhagaʼan taʼus ergaa isaa akka hin hubanneefi.+
11 Innis deebisee akkana jedhe: “Iccitii qulqulluu+ Mootummaa samii hubachuun isiniif kennameera; isaaniif garuu hin kennamne.
10 Innis akkana jedhe: “Iccitii qulqulluu Mootummaa Waaqayyoo hubachuun isiniif kennameera; warra kaanitti garuu fakkeenyaan+ itti himama; kunis, isaan kan ilaalan taʼus akka hin argineef, kan dhagaʼan taʼus ergaa isaa akka hin hubanneefi.+