LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 15:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 isinis jalqabumaa kaasee anaa wajjin waan turtaniif dhugaa ni baatu.+

  • 1 Pheexiros 5:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kanaafuu, anis akkuma isaanii jaarsaa fi rakkina Kiristoos irra gaʼeef ragaa baatuu kanan taʼe, ulfina isa mulʼachuuf jiru+ sana keessaa qooda waanan qabuuf, jaarsolii isin gidduu jiran nan kadhadha:*

  • 2 Pheexiros 1:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Nuti humnaa fi argamuu Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos kan isinitti beeksisne, seenaa sobaa haxxummaadhaan uumame hordofnee utuu hin taʼin, guddina isaa ija keenyaan arginee ti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi