Luqaas 1:57, 58 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 57 Elsaabexis yeroon itti deessu gaʼee ilma deesse. 58 Olloonni ishii fi firoottan ishii Yihowaan* gara laafina guddaa ishiitti argisiisuu isaa dhagaʼanii ishii wajjin gammadan.+
57 Elsaabexis yeroon itti deessu gaʼee ilma deesse. 58 Olloonni ishii fi firoottan ishii Yihowaan* gara laafina guddaa ishiitti argisiisuu isaa dhagaʼanii ishii wajjin gammadan.+