LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ruut 4:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Sanyii Yihowaan karaa dubartii tanaa siif kennuun, manni kee akkuma mana Faares isa Taamaar Yihudaadhaaf deesse sanaa haa taʼu.”

  • Ruut 4:18, 19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Hiddi dhalootaa* Faares kana dha: Faares Hesrooniin dhalche; 19 Hesroon Raamiin dhalche; Raam Aminaadaabiin dhalche;

  • 1 Seenaa Baraa 2:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Taamaar+ ishiin haadha manaa ilma Yihudaa taate, Faaresii+ fi Zaaraa isaaf ni deesse. Yihudaan walumaa galatti ilmaan shan qaba ture.

      5 Ilmaan Faares, Hesroonii fi Hamuul+ turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi