-
Uumama 5:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Kitaabni waaʼee seenaa Addaam dubbatu isa kana. Waaqayyo guyyaa Addaamiin uumetti, akka fakkaattii Waaqayyootti isa tolche.+
-
-
Uumama 5:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Addaam Seetiin erga dhalchee booda waggaa 800 jiraate. Ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaas ni dhalche.
-