Keessa Deebii 8:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Namni dubbii afaan Yihowaa keessaa baʼu hundumaatiin malee, nyaata qofaan jiraachuu akka hin dandeenye akka beektu gochuuf,+ gad si qabee akka beeloftu ni godhe;+ akkasumas mannaa atis taate abbootiin kee hin beekne si soore.+
3 Namni dubbii afaan Yihowaa keessaa baʼu hundumaatiin malee, nyaata qofaan jiraachuu akka hin dandeenye akka beektu gochuuf,+ gad si qabee akka beeloftu ni godhe;+ akkasumas mannaa atis taate abbootiin kee hin beekne si soore.+