Luqaas 2:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Kana malees, Simiʼoon isaan eebbise; Maariyaam haadha mucichaatiinis akkana jedhe: “Kunoo, mucaan kun Israaʼel keessatti kufaatii+ fi kaʼumsa namoota hedduutiif sababa taʼa;+ akkasumas mallattoo tuffatamu ni taʼa;+
34 Kana malees, Simiʼoon isaan eebbise; Maariyaam haadha mucichaatiinis akkana jedhe: “Kunoo, mucaan kun Israaʼel keessatti kufaatii+ fi kaʼumsa namoota hedduutiif sababa taʼa;+ akkasumas mallattoo tuffatamu ni taʼa;+